Fayyadamni (응용 프로그램) kun waa'ee Sirna Gadaa karaa salphaa ta’een, amaloota bu’uuraa fi maalummaa Sirna Gadaa uummata Oromoo irratti odeeffannoofi hubannoo kennuuf yaadame kan qophaa’eedha.
Mataduree / qabduu barbaaddan cuqaasuun / tuquun odeeffannoo (ibsa) bu'uura waa’ee Sirna Gadaa, Sona Ijoowwan Isaa, Caasaa, Sadarkaa, Dhaabbata (Jaarmiyaa), Odaawwan Gurguddoo, Irreecha dhi Seeroatee Bu’uuraa Sirna Gadaa.
이 응용 프로그램은 오 로모 사람들의 가다 시스템을 이해하는 빠르고 쉬운 방법을 위해 만들어졌습니다. 그것은 오 로모 사람들의 가다 시스템에 대해 알아야 할 정보를 제공함으로써 가다 시스템의 모든 기본 특징과 특징을 강조합니다.
특정 버튼 / 제목을 탭하면 Gada 시스템, 핵심 가치, 구조, 순위 (등급), 기관, 주요 Oda, Irrecha 및 Gada 시스템의 기본 법칙에 대한 자세한 정보에 빠르게 액세스 할 수 있습니다.